18/01/2021
Sirna Eebba Kitaabaa
Amajjii 22/05/13 Kitaaba
Tarkaafiitu eebbifama.
Bakki Eebba Kitaabichaas
Magaalaa Aggaarootti yoo
ta'u Galma Guddicha kattaa
Mudugaatti bakka Hawaasni
Bal'aan,Aanga'oonni mootu
mmaa,Abbootiin Amantaa,
Qeerroofii Qarreen argama
nitti yemmuu ta'u Sagantaa
Ho'aafii miidhagaa ta'een
nii eebbifama.
Kitaabni Tarkaanfii dhangaa
jechoota gaariifii Seenaa
dhufaa dabraatiin kan udu
mamte barreessaa bareedaan
kan barreeffamte Ummata
Jimmaa,Aanaa Gommaaf
Kan yeroo jalqabaati.
Kitaabicha kan barreesse
Baga Gammaddan
Baga Gammanne