13/12/2023
Obbo Taayyee Danda'aa aangoorra MM Abiy dubbii jabaan erga qeeqanii booda shiraan caasaa mootummaa fi paartii diiguufi jedhamuun to'annoo jala oolan.
"ABO Shanee" fa'aa waliin hidhata qaba jedhe Humni Waloo Nageenyafi Tasgabbii ibsa baasen.
Guutuusaaf 👉👉 https://bbc.in/3TpGwqT