Unofficial: furtuna

Unofficial: furtuna Lord Jesus is a God whose died for me alone

Artist kun maqaansaa enyuu ?Weelluu isaa keessaa tokko comment jalatii highlight baressaa
01/01/2022

Artist kun maqaansaa enyuu ?
Weelluu isaa keessaa tokko comment jalatii highlight baressaa

13/07/2021

የዛሬው የግጥም መድብል
*****
ወልቃይት ጠገዴ ራያና ሁመራ
የጬሀት ብዛት ይሰማል አስመራ
አስመራ ተኩኖ ይታያል በረራ
እንዴት ነሽ መፅናኛዬ ምርጧ ሰመራ
ምንሽር ቢገዛ ጠመንጃም ቢኖረው
እንዴት ይተኩሳል ሲወለድ ልብ የሌለው
ይፎክራል እንጂ መች ይዋጋል ፎጣ
የትግራይ ግዛት እንዴት ነሽ ሰቆጣ
እንዴት ነሽ ጎንደር እንዴት ነሽ ሰቆጣ
የበተንሽው ዱቄት ተጋግሮልሽ መጣ
ነግሬህ ነበረ በአጥር ተንጠልጥዬ
አንተ ሽለላ እንጂ ውጊያ አችልም ብዬ
አንተ አዝማሪ እንጂ አይደለህም ታጋይ
እምቢ ብለህ ሄደህ ተገረፍክ በትግራይ
ተመልሰህ መጣህ እያልክ ዋይ ዋይ
ወዶ የገባ ሰዉ ከባህር ከዉሃዉ
ዋኝተው ይዉጣ'ጂ ሌላ ማን ሊረዳው
እንኳንስ ሁመራ ሽራሮም የኛ ነዉ
ጠገዴን የለቀቅነው እኛስ ለ መላ ነዉ
እንዲህ እየሮጥክማ ምኑ ያንተ ነው
ታኮ ካላደረግንልህ ካገር መውጣትህ ነው
ማስታረቅ ነው የተጣለብን አደራ
ጦርነቱ እንድቆም እንረባረብ በጋራ
# SayNo2War

01/07/2021

Sammaloo sammaloo
Sammaloon hin baatii
Yoom akkanat haftii...

Leencaa yeeyyiin nuuraaWareegamee....Dhugaadhaa seenaa riirmii hin nyaatuu haaccuu koo
29/06/2021

Leencaa yeeyyiin nuuraa
Wareegamee....
Dhugaadhaa seenaa riirmii hin nyaatuu haaccuu koo

28/06/2021

What's going on..
..
..


....
.Oromo wake up

28/06/2021

What's going on .......
...............................
Oromo

28/06/2021

Lord Jesus is a God whose died for me alone

Ajayibbam kanwaraa kanaa me oroomoo garaati nyachisee sure itti ufisee kophee milaat akka kawiseen yoo akkas jedhamuu na...
27/12/2020

Ajayibbam kanwaraa kanaa me oroomoo garaati nyachisee sure itti ufisee kophee milaat akka kawiseen yoo akkas jedhamuu nama hin arsuu kesis tahe shekin akkas mataan lafa yasentuu ammamoo jetee jette oroomoo ajestee waqaatuu halloo itti bahee jechuf oromoon qaroomeeraa shiraa akkan hindhagahuu yomiyuu

27/12/2020

Dubbiin waraatii tanaa maaf akkas garaa namaa gubdii
Amma lafaa kanarratii sabaa oroommotii naftenyaatuu abaraamadhaa? Kesin isanis nuti dabaa maltii maqaa waqaatiin Mana qulqqulumaa keessaa tesse shiraa xaxii oromoo ammas damaqii

NOTHING LASTS FOREVER HERE ON EARTHONCE this lion was a real KING of the jungle. It could find its meal in gazelles, hip...
18/12/2020

NOTHING LASTS FOREVER HERE ON EARTH
ONCE this lion was a real KING of the jungle. It could find its meal in gazelles, hippos, and any edible animal for its abilities knew no impossibilities. But all that would come to an end.
LOOK now the lion which could walk gracefully in the jungle receiving salutes from elephants walks with a mortal gait. It looks vulnerable, powerless and so prone to death.
HUMANS are no different. Our situations, positions and our todays are not permanent even though some of us behave as if that would last FOREVER.
Treat people bad, boss & mo**st them loot all you can but know NATURE humbles even the KINGS. its that universal way of making all creation equal ... :::::@ nama Angoo fi humnaa har'a laltee hiyechafii dadhabaraa ciqiilfatuu atis lencaa kanara barii humnikee har'as angonkees har'as walfanaa sookuu //__

05/12/2020

Ashaamaa harkaa funee hordoftotaa page koo akkam jirtuu nagenyii kessaan badhaadhaa ?

(Macaafa Abboota Firdii 9 )------------8 Al tokko mukkeetiin mootii moosifachuuf ba'anii, ejersaan, 'Nu irratti mo'i!'“ ...
29/11/2020

(Macaafa Abboota Firdii 9 )
------------
8 Al tokko mukkeetiin mootii moosifachuuf ba'anii, ejersaan, 'Nu irratti mo'i!'“ jedhan.
9 Ejersi immoo, 'Mukkeetii irra adeemee isaan bulchuudhaaf, attamittan dibata koo isa waaqayyoliinii fi namoonni ittiin ulfina argatan baasuu dhiisa ree?' jedhee deebiseef.
10 Yommus mukkeetiin sun harbuudhaan, 'Kottuu ati nu irratti mo'i!' jedhan.
11 Harbichis, 'Ani mukkeetii irra adeemee isaan bulchuudhaaf attamittan ija isa miyaa'aadhaa fi isa gaarii kana godhachuu dhiisa ree?' jedheen.
12 Amma immoo mukkeetiin sun wayniidhaan, 'Kottuu ati nu irratti mo'i!' jedhan.
13 Wayniinis, 'Ani mukkeetii irra adeemee isaan bulchuudhaaf attamittan ija isa daadhiin isaa waaqayyolii fi namoota gammachiisu kana kennuu dhiisa ree?' isaaniin jedhe.
14 Yommus mukkeetiin hundinuu laaftoodhaan, 'Kottuu ati nu irratti mo'i!' jedhan.
15 Laaftoonis, 'Dhugumaan dibdanii of irratti na moosiftu yoo taataniif, kottaatii gaaddisa koo jalatti kooluu galaa! Akkana yoo ta'uu dhabaate garuu ibiddi qoraattii koo keessaa ba'ee gaatirraa Liibaanon xaph haa godhu!' jedheen.
16 Ammas Abiimelekin moosisuun keessan kun amanamuudhaan, garaa guutuudhaanis yoo ta'e, akkuma Yiruub-Ba'aal isiniif godhe, isinis isaa fi maatii isaatiif akka ta'utti gaarii gootaniifii yoo jiraattan ba'eessa. የምን መርጠው እንወቅ
November 24 at 8:40 AM

Address

Adama

Telephone

+251912237375

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Unofficial: furtuna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share