Biiftuu

Biiftuu ❣️Follow me 💘💘💥

∆Namni tokko gaafa eenyummaa isaa ofii ibsu.🧡✨💦 ✓jireenya keessa jiraachaa jiru osoo hin taane mul'ata keessa isaa jiruu...
01/06/2026

∆Namni tokko gaafa eenyummaa isaa ofii ibsu.🧡✨💦

✓jireenya keessa jiraachaa jiru osoo hin taane mul'ata keessa isaa jiruun of ibsa.
Kana jechuun immoo ofitti amanamummaa isaa fi mul'ata isaa gara fuula duraa mul'isa. namni ofitti amanamummaa qabuu fi mul'ata qabu immo lafa kaayyoo fi mul'ata isaan ni gahaa.

kanaaf mul'ataa fi ofitti amanamummaa qabadhu abjuun kee ni dhugooma
👇👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Nama sin hubanne tokkof callisuun gaariidha.Yeroo tokko tokko callisuun deebii dha maaliif yoo jette deebiin laadhaaf je...
01/06/2026

Nama sin hubanne tokkof callisuun gaariidha.

Yeroo tokko tokko callisuun deebii dha maaliif yoo jette deebiin laadhaaf jettee jechoota baay'ee dubbachuu dandeessa jechi tokko hiikkaa baay'ee of keessaa qaba.
kanaaf deebii kennuuf jettee miidhamuu dandeessa.

jecha tokkoof jennee jechoota baay'ee yoo dubbanne jechi dudubbatamus jechoota horee nu miidhuu danda'a jecha sanaa yoo dhiisnes irraanfatamuu danda'a kanaafuu hanga dubbannurraa hangi callisnu guddachuu qaba.
👇👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Marta Kasaye keessan 🖤💦💜💫 √Yaa Waaqayyo, namni ati gorsitee deebiftu,inni ati seera kee barsiiftus gammachuu qaba!      ...
01/06/2026

Marta Kasaye keessan 🖤💦💜💫

√Yaa Waaqayyo, namni ati gorsitee deebiftu,
inni ati seera kee barsiiftus gammachuu qaba!
Far :94:5

Manni keessan gammachuun haa guutamu.
👇👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

✓Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee, akkan barbaadu ta’uu qaba, hin jedhin.✓Dukkann...
01/06/2026

✓Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee, akkan barbaadu ta’uu qaba, hin jedhin.

✓Dukkanni dukkana hin ibsu, Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u, jaalalatu jibba ari’a.
👇👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

 🙋‍♀️Waaqni osoo daandii irra deemtuu albuuda warqii jireenya kee jijjiiru si haa badhaasu.Kana Namni hin amanu! Tuqii F...
31/05/2026

🙋‍♀️

Waaqni osoo daandii irra deemtuu albuuda warqii jireenya kee jijjiiru si haa badhaasu.

Kana Namni hin amanu! Tuqii Fayyadami.
👇
https://t.me/bri4sfxhecm

Qaamota Dhalaa Miira Walquunnamtii Saalaa Itti Kakaasan:👉 https://t.me/gr_kjhg6jflxvv***********************************...
31/05/2026

Qaamota Dhalaa Miira Walquunnamtii Saalaa Itti Kakaasan:👉 https://t.me/gr_kjhg6jflxvv
***********************************

1. Fiixee Harmaa - Fiixeen Ykn Mataan Harmaa Bakka erogenous zone tahee Fi Yeroo Tuqamu Fedhiin Wal-quunnamtii saalaa Itti Kahuudha.
2. Morma - Mormi Bakka Bayyee Sensitive (miira'aa) taheedha, Bakki Kun Yeroo Hafuurri Ho'aan Ykn Dhungatamu, Miira Waalqunnamtii Saalaa keessa Seenaniidha.
3. Afaanii Fi Hidhii - Bakki Kun Bakka Heedduu Beekamaa Fi Filatamaa Taheedha, Akkasumas Erogenous zone Bakka Taheefi dhungachuun Miira walquunnamtii Saalaa Keessaa Ariitiin Seensisuuf Gargaara.
4.Qaamota Saalaa Shamarranii Keessaa Bakkoota A-spot Fi G-**ot Jedhaman Bakka Nerve Ending Jedduun Itti Argamanii Fi Erogenous zone taheedha. Bakki Kun Qaama Saalaa Shamarranii keessaa Gara Oliitti Kan Argamuudha.
5, Clitoris/qinxira - Bakki kun fiixee gara alaa qaama saalaa shamarraniitti kana argamuudha. Bakka highly sensitive taheedha. Bakka kana caalaa miira walqunnamtii saalaa keessa kan seensisu hin jiru.
👇
https://t.me/Abcoromoo

Ilaalcha gaarii qabaachuu.... Si fayyadaa dubbisi!👉 https://t.me/gr_kjhg6jflxvv***********************Ilaalcha gaarii je...
31/05/2026

Ilaalcha gaarii qabaachuu.... Si fayyadaa dubbisi!
👉 https://t.me/gr_kjhg6jflxvv
***********************

Ilaalcha gaarii jechuun yaada madalawaa, kan wanta gaarii of keessaa qabu fi sammuu huubataa kan akkaata nuti haalotaaf, namootaafiifii mudannoo keenyaaf deebii laannu kan murteessu jechuudha.
Ilaalcha gaarii qabaachuun waa’ee isa yeroo hundumaa gammaduuu miti, waa’ee dhiyaannaa gaarii ta’ee fi waa’ee wanta sirrii ta’e filachuuti. Barachaa deemuu, of jijjiiruu, guddachuu, hammeenya yaaduu dhiisuu, hinaaffaa of keesaa balleessuu fi k kf of keessatti qabata.

Qabiyyee ilaalcha gaarii muraasa........................................
1. Waa’ee ofii keenyaaf yaadaa gaarii qabaachuu; kaayyoo keenya fiixaan baasuuf dandeettii qabnu ga’aa ta’uu of amansiisuu fi firii gaarii eegudha.
2.Rakkinaan/kufaatiin /dogogoraan mo’amuun duubatti deebi'uu dhabuu; namni ilaalcha gaarii qabu rakkina, kufaatii ykn dogongora irraa barata malee ittiin hin badu.
3. Galateeffachuu; yoo waanti argannee xiqqos ta’e guddaa galateefachuun gaaridha.
4. Gara laafina; yaada namootaa hubachuu fi miira isaanii qooddachuu, gargaaruu.
5. Sammuu banamaa qabaachuu; yaada haara fi muuxannoo haaraa fudhachuuf qopha’aa ta’uu.
6. Itti gaafatamuummaa; waan hojjannu hundumaatti itti gaafatamummaa fudhachu.
7. Kabaja; of kabajuun namoota warra kaanis kabajuu.
8. Yaada gaarii maddisisuu; waan nuti haasofnu, barreessinu, qeeqnu namoota biraa muffachisuu dallansiisuu hin qabu, waan ofii keenyaa jibbinu namoota biroo irrattis akkaa ta’u gochuu hin qabnu.
9. Obsa qabaachuu, ariifatanii murteessuu dhiisuu, waan hojjannu suuta hubannaadhaan dalaguu.
10.Haalli kana dura hin baratamne tokko yoo nu quunname dafanii of barsiisuu/of madaqsuu(flexibility)

Bu’aa ilaalcha gaarii qabaachuu..................................................
1. Fayyaa sammuu keenyaa fooyyessa
Illaalcha gaariin dhiphina, sodaa fi mukuu/depression hir’isa.
2. Qaamni fayyaa akka ta’u godhaa(enhance physical health); qorqnnoon akka himutti ilaalcha gaarii qabaachun sirni ittisa dhukkubaa(immino system) qaama akka jabaatu godha.
3. Walitti dhufeenya gaarii akka uummannu godha.
4. Waan hojjannutti fiixaan ba’umsa akka qabaannu ykn akka milkooynu nu godha.
5.Obsaan cimnee Akka dhaabannuuf(greater resilience) nu gargaara.
6.Gammachuu nuuf dabala, akkasumas jireenya jiraannuutti akka itti quufinsa(satisfaction) qabaannu godha.

Ilaalcha Gaarii Akkamitti Horannaa(how to cultivate good attitude)?... yoo isinitti tole itti fufna.
Galatoomaa! Fayyaan dhabinaa! Fayyaa dayaa!

“Isin Waaqayyo gooftaa keessan duukaa bu'aa, isa sodaadhaa, abboommii isaa eegaa, sagalee isaa dhaga'aa, isaaf hojjedhaa...
31/05/2026

“Isin Waaqayyo gooftaa keessan duukaa bu'aa, isa sodaadhaa, abboommii isaa eegaa, sagalee isaa dhaga'aa, isaaf hojjedhaa, isattis maxxanaa!”
— Kes. 13:4

Address

Addis Ababa
Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biiftuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category